Baga Nagayaan Gara Websaayitii Barattoota Keenyaa Dhuftan

Kabajamtoota Barattoota fi Hundi Ilma Namaa Baga gara Websaayitii/Marsariitii Kanaa Nagayaan dhuftan Jechaa Akkuma Maqaa isarraa hubachuun danda’amutti Websaayitii kun dhimma Barnootaan irratti Odeeffannoo fi Beekumsa Barnootaan Wal qabatan Kan isiniif Qopheessee Dhiheessudha Kanaaf Hundi Keessanuu Bakka jirtanitti Beekumsaa Fi Odeeffannoo Akka irraa argattan Abdiin Qaba Websaayitii/Marsariitii kana Kan Qopheesse Lammii Quubsaa Abdulmajiid Kanaaf Barattoonni Oromoo Hundi Keessanuu Bakka jirtanitti Beekumsaa Fi Odeeffannoo gahaa Akka irraa argattan Abdiin Qaba.